『SBS Afaan Oromoo』のカバーアート

SBS Afaan Oromoo

SBS Afaan Oromoo

著者: SBS
無料で聴く

今ならプレミアムプランが3カ月 月額99円

2026年5月12日まで。4か月目以降は月額1,500円で自動更新します。

概要

Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.Copyright 2026, Special Broadcasting Services 政治・政府
エピソード
  • Have you considered a career in translating and interpreting? - Hojii Afaan hiikuu fi jijjiiruu hojjechuu yaaddee beektaa?
    2026/04/08
    Have you ever considered using your bilingual skills to assist others? A career in translating and interpreting might be for you. In Australia you can train for a TAFE certificate all the way to Master’s degree prior to getting certified. In this episode we help you navigate the pathway to becoming a qualified practitioner. - Afaan lama dubbachuuf dandeettii qabduun kaan gargaaruu yaaddanii beektuu? Hojiin afaan hiikkaa fi barreeffama jijjiiruu tarii siif taha. Australia keessatti, TAFE irraa barattee certificate argachuu irraa haga Sadarkaa masterii barachuu dandeessa, ogummaa Kanaan gahaa taatee hojjechuuf.
    続きを読む 一部表示
    12 分
  • #107 Protecting Wildlife | Talking about animals and nature (Med) - #107 Kununsa Bineensa Bosonaa |Waa'ee bineensaa fi uumamaa dubbachuu(giddu-gala afaanii)- Learn English
    2026/04/08
    Learn useful English for talking about animals, nature, and protecting wildlife. Practise everyday phrases for discussing threats to animals, expressing concern, and describing the environment. - Waa'ee bomeemsptaa , uumamaa fi akkaataa itti bineensota bosonaa kununsan waliin dubbachuu afaan irra fooyyawe dubbattu. Dhiibbaa bineensota irra gahuu malu, yaaddoo keessanii fi dhimma kununsa naannoo waliin dubbachuun jechoota adda addaa shaakalaa. Qophii kana dhaggeeffachuun afaan inglishii keessan daran fooyyeffattu.
    続きを読む 一部表示
    11 分
  • Guyyaan Oromtittii Hawaasni akka addatti kabajata - Obbo Bantii Ol-iiqaa
    2026/04/01
    Guyyaan "Oromtittii" Magaalaa Melbourne Australia keessatti Dilbata dabre Bitootessa digadamii saddeetti guyyaa irraa eegalee kabajamee oole.
    続きを読む 一部表示
    10 分
まだレビューはありません